Riyaal Maadirid du'eera afuurri keessa hin jiru yeroo jettu deebi'ee dhadhahatee ka'a. Mo'ameera yeroo jettu ammoo sekondii ...
Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr Abiy Ahimed har'a gara Wallagga Bahaa magaalaa Naqamteetti imaluun dubbii taasisaniin ...
Namoonni tokko tokko guyyaa kaleessaa gara qe’eesaaniitti deebi’uunis himameera. Sababni jeequmsa kanaa falmisiisaa kan ta’e yoo ta’u, qondaaltonni naannoo fi jiraattonni sababa adda addaa ...
The UK's Equality Act of 2010 guaranteed the rights of disabled people to equal access to education, employment, and services, including music, theatre and the arts. Despite this, it's still ...
Barsiisota maatii isaanii dubbisanii gara iddoo hojii isaanitti deebi’aa jiran alatti dubartoonni biyya arabaa irraa maatii dubbisuuf imalaa turan ajjeefamuu maddi kun dabalee himeera. Akka maddi kun ...