Finfinnee, Guraandhala 24/2024 – Guyyaa kaleessa namootni saddeet magaalaa Finfinnee irraa gara Godina Addaa Saba Oromoo magaalaa Kamiseetti imalaa osoo jiranii naannawaa magaalaa Shawaa Roobitiitti ...
Finfinnee, Amajjii 24/2024 – Haleellaa diroonii dabalatee “tarkaanfiiwwan humnoonni nageenyaa mootummaa, naannoo Oromiyaa keessatti raawwatan” ammallee itti fufuun lubbuu namoota nagaa hedduu ...